Boruu Barraaqaatiin* Oduun gidduu kana gaazexaa biyya keessaa Reporter jedhamu irratti bahe ‘አዲስ አበባና ኦሮሚያ ለልማት ለሚነሱ አርሶ አደሮች የተሻለ ካሳ ለመክፈል በተናጠል ሕግ እያዘጋጁ ነው’ jedha. Qabiyyeen seera gama mootummaa Oromiyaatiin tumamaa jiruu maal akka fakkaatu ammatti kan hin beekamin tahu illee, kan gama Finfinnee garuu gabaasa kana keessatti addeeffameera. Mootummaan hattootaa kun gaaffii […]
↧